2 Samuel 24:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan akana ch'ufa Araunani hayyuti kenne waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan atini baaftu kana ch'ufa ha sira fud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oornaan, «Mootii kiyya! Oornaan waan kana maraa mootichaa kenna» jedheen; Oornaan mootichaan, «Rabbi Waandhi si irraa haa jaalatu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ee, mooticha ani Orna waan kana mara si'iif hin kenna» jedhe. Itti dabalee Orna mootichaan, «Mootiin Waan Maraa kennansa gubamu sirraa fudhatuu ti» jedhe.