2 Samuel 24:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani fulla sorio iti qalani AABBO Waaqaa jaare, sorio gubanifi sorio wold'ageeti Waaqaa baase. Akanaani AABBO Waaqi kad'acha isaa d'agae ch'iisa d'ukuba hama suni worra iraa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti Daawiti hulee ciinca'aa Rabbiif hojjatee ciincaa ciincawuu fi ciincaa fayyinnaa dhiyeesse; Rabbillee waan inni biyyaaf kadhate dhagayee balaa worra Israa'elii irraa dhoogge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti achitti addee ciinca'aa Mootii Waan Maraatiif ijaaree, kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa dhikeesse. Achiin duuba Mootiin Waan Maraa daadimata marroo lafaatiif daadimatane dhage'ee, balaan Israa'el irratti bu'e dhaabbate.