2 Samuel 24:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi Yoabufi askarti isaa dubbi guuchisiise worri kae isa biraa yae worra Israeli heddu d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mootichi jedhe Iyyoo'aabii fi worri loltoota ajaju fudhatanii worra Israa'elii laakkayu'uuf mooticha biraa deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ajaji mootichaa Yo'aabii fi ajajaa loltootaa irratti jabaate; maarre Yo'aabii fi ajajaan loltootaa kolbaa Israa'elii laakkowiisaaf mooticha biraa bayane.