2 Samuel 24:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gileadi ira bahani, Kadeshi ta lafa Hititi iti d'aabatani. Ammalle arti kaani Daniti iti d'aabatani, artiti kaani Sidoni lafa Danini ila adu qajeelani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiillee gara Gala'aadii biyya Tabaasoonii Adaasaayii dhaqanii gara Daaniyaaniillee gayan; gara Siidoona'aallee hin naannayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan achii ka'anee gara Giil'aadiitii fi gara lafa Heetotaa Qaadesh keessa dabaranee gara qachaa Daan Yaa'aanii deemane, Daanii ka'anee marfatanee gara qachaa Sidoonii deemane.