2 Samuel 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achile bitaa iti d'aabatani, dira Tiro ka aka jajaba jaajaaraniti qajeelani, achile dira heddu worra Hivitifi ka Kanaaniti dabrani, duuba eege qit'isu Beersheba, ta lafa Yudatini bitaa, d'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara kushee worra Xiroosii worra Eewwotaatii fi gara qachaa worra Kana'aanii maraa dhaqanii Yihuudaa gara kibbaatiin Beersaabeehiin keessa lufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gara kushee Xiiroosii, gara qachoota Hiiwotaatii fi gara qachoota Kana'aanotaa mara deemane. Dhuma irratti gara qachaa Bersheebaa ka biyya Yihuda'aa keessa gara kibbaatitti dhaggamuu deemane.