2 Samuel 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani eegi jia sagalifi bulti diddama lafa ch'ufa keesa marani Yerusalemuni bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya maraa keessa naannayanii ji'a sagalii fi guyyaa diddamaan maayessa gara Yerusaalemii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan lafa mara keessa deddeemanee ji'a sagalii fi bulii diddamaan duuba gara Yerusaalemii deebi'ane.