2 Samuel 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri henna nama woraana guutu hayyichatini d'ufe waan jed'eeni, Nami Israeli 800,000, nami Yuda 500,000.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab laakkobsa bani'ii laakkayee mootichatti kenne; Israa'eliin keessatti worri guraade'een lolan namoonni jajjabaan namoota haga kuma dhibba saddeetii turan; namoonni Yihuuda'aa ammo haga namoota kuma dhibba shanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab laakkossa kolba'aa mootichatti hime; Israa'el keessa namoota kuma dhibba saddeeti, Yihudaa keessalle namoota kuma dhibba shan worra shallaaga'aan loluu dande'utti jiraayyu.