2 Samuel 3:10 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka Daawitiif kakate akkasuma isa woliin yoo hin goonee Rabbi Abaaneeriin irratti waan kana maraa haa godhu; kanallee itti haa eda'u!» jedhee kakateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaan Sanyii Saa'olii irraa fuudhantee, Daawititti akka dabartu barcumaan mootummaa Daawitiille Daanii jalqabee haga Bersheeba'aatitti Yihuda'aa fi Israa'el irratti dhaabbatuu ti» jedhe.