2 Samuel 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abinerini qonqo gara Daudi, ka gaafasi Hebroni jiruti, erge waan jed'eeni, Lafti tunini ta eenu? Eenuti mohata? Wold'aqisa na woliini tolfad'i, duuba anini worra Israeli ch'ufa gama kanke deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abaaneerillee Daawitiin, «Biyyattiin ta eennuuti? na woliin waadaa gali; harki kiyyallee si woliin ta'aa; Israa'eliinillee gara kee deebisaa» jedhanii akka itti himaniif ergamtoota itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abneer namoota Daawititti ergee, «Lafa tana eentu bulcha? Ati wolii galtee na woliin godhadhu; Israa'elooti marti gara keeti akka deebitu ani si hin qarqaara» jedhe.