2 Samuel 3:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Dansa hataatuti, yo atini waan toko naa guute anini wold'aqisa si woliini tolfad'a. Yo atini na argu d'ufte intala Saulo ta Mikali jed'ani naa kootiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee, «Haa ta'uu si woliin waadaa gala; garuu waan tokko si irraa soqa; hennaa na argu'uuf dhuftu, mucattii Saa'olii Melkooliin yoo naa hin finnee fuula kiyya hin argitu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille, «Dansa'a! Ani wolii galtee si woliin hin godhadha; ammoo waan tokko si irraa barbaada; gara kiyya yennaa dhuttu, intala Saa'olii Mikaal yoo hin fidin, na bira hin dhufin» jedhe.