2 Samuel 3:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini nama gara Ishboshethi erge waan jed'eeni, Niiti tiyya Mikali na galchi, anini misa d'ibba toko ka worra Filistitini baase isi fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee gara ilma Saa'olii gara Iyyaabuste'ee ergamtoota ergee, «Misa Filisxeemota dhibbaatiin haadha manaa tiyya ta qaadhimadhe Melkooliin naa kenni» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti namoota gara Ish-Bosheetii ergee, «Niitii tiyya Mikaal ta ani fuudhiisaaf, Filisxeemota dhibba tokko yakkadhee shoggoraa isaanii maraa isi'ii kenne, naaf galchi» jedhe.