2 Samuel 3:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ishboshethini d'iirsa isii Paltieli ilma Laishi iraa fuud'e Daudi galche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaabusteenillee, ilma Leesaa abbaa worraa isi'ii Falixi'eeliin irraa fuudhanii akka fidan namoota ergee fijjisiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ish-bosheet namoota ergee, Mikaal abbaa manaa isi'ii ilma Laa'iishii Phalaati'el jalaa fuudhe.