2 Samuel 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Paltielini boha faana deeme haga dira Bahurimu, ammo Abinerini beeni gali jennaani kae gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan worraa isi'ii garuu isii woliin booya'aa haga Biraaqii faanaa deeme; Abaaneerillee, «Deebi'i» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan manaa isi'ii haga qachaa Bahurii bowaa isii gula deeme; achiin duuba Abneer isaan, «Gara mana keetii deebi'i!» jedhe; maarre innille deebi'e.