2 Samuel 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tolfad'a! Qaabad'a, waan AABBO Waaqi jed'e: Anini harka hojattu kiyya Dauditini worra kiyya ka Israeli harka nyaapa worra ka Filisti keesaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, ‹Karaa garbicha kiyya Daawitiitiin banii Israa'elii harka Filisxeemotaatii fi diintota keessan maraa jalaa isin hambisa› jedhee waan dubbateeruuf; eegasuu isin amma waan kana godhaa'a» jedhee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Karaa tajaajilaa kiyya Daawitiitiin kolbaa tiyya Israa'el harka Filisxeemotaatii fi harka diinota isaanii jalaa hin baasa› jedhee, waadaa waan galeef, tana ammumaa godha'a» jedhe.