2 Samuel 3:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani d'iira tunini jaani ilmaani d'iira ta Daudi d'alate gaafa inni Hebroni jiru: Angafi Amnoni, haati isaa Ahinoamu, ta lafa Yezreeliti baate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitiifillee Keebroonitti ijoolleen dhiiraa dhalataniif; hangaftichi Aminoon Akinaahoomii intala gosa Iyiziraa'elii irraa dhalate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Kebroon keessatti ilmaan jaa uumate; ilmi angafichi Amnoon ka Ahiino'aamiin Yizre'elittiin deette,