2 Samuel 3:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoabuni gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Atini maani taati, ka Abineri siti gad'ufe nagayaani gad'iiftu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aabillee gara mootichaa seenee «Wonti goote kun maali'i? Abaaneer gara kee dhufee ture, maaf nagayaan akka deemu geegessite?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yo'aab gara mootichaa dhaqee, «Wonni ati goote kun maan? Ilaa, Abneer gara keeti dhufeeruun maaf akka inni deemu goote?