2 Samuel 3:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka inni soba arma d'ufe waan atini keesa jirtu ch'ufa hubate odu sunini galu imbeetu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Neerii Abaaneer ka si sobu'uuf, karaa bayaaf gala keetii fi waan ati gootu maraa hubachu'uuf akka dhufe hin beettuu?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ilma Neerii Abneer hin beetta; inni si sobee bayaa fi gala keeti beekee, waan ati huju mara dooyiisaaf dhufe» jedhe.