2 Samuel 3:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbuuni tunini ha Yoabufi worra isaa ch'ufa qabatuuti! D'alooti isaa ch'ufti nama ch'oftu qabuufi yokhaani nama qomaat'a qabuufi yokhaani nama huji d'iira lakise huji nad'eeni ch'alla hojatufi yokhaani nama woraanani duu yokhaani nama liqimsa inqamne ha qabaatuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu dhiinni isaa mataa Iyyoo'aabiitii fi mana abbaa isaa marattuu haa dhufu; mana Iyyoo'aabiititti namni dhukkuba fanxo'oo qabu, dhukkuba gogaa kukkutuun qabame, yookaan hokkolaan, yookaan ka guraade'een du'u, yookaan beelayaan hin dhabamin» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiigi Abneerii kun matuma isaatii fi sanyii abbaa isaa irratti te'uu ti; nami nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u yookiin nami dhukkuba goga'aa farrisiisaa qabu yookiin nami naafate yookiin nami shallaaga'aan du'u yookiin nami sagalee hin qanne sanyii Yo'aabii keessaa hin dhabamin» jedhe.