2 Samuel 3:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Yoabufi oboleesi isaa Abishaini Abineri ijeesani haalo oboleesa isaani Asaheli ka Gibioniti ijeesani baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aabii fi obboleessi isaa Abiisaan lola Gabaa'ooniititti obboleessa isaanii Asaaheeliin ajjeesee waan tureef, Abaaneeriin ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abneer lola Giibe'onii keessatti obboleessa isaanii Asaahel waan ijjeeseef obboleeyyan isaa Yo'aabii fi Asiishaay isa ijjeesane.