2 Samuel 3:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan Yoabufi jara isaa ch'ufaani jed'e, Woya teesani tatarsaasa ch'arqi naqad'a, Abineri boha. Guyya isaa awaalani hayyichi Daudileni jara reefa isaa baatu duuba deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawitillee Iyyoo'aabii fi banii isa woliin turan maraan uffata keessan biinxa'aa uffata gaddaa uffadhaa'a; afoo Abaaneriititti booyaa'a jedheen; Daawiti wosaasaa reeffaa duubaan deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Yo'aabii fi namoota isa woliin jiranu maraan, «Woyaa teessan tarsaasa'aatii, woyaa gaddaa uffadha'aa, bowaa reeffa Abneeriitiin dura deema'a» jedhe; mootichi Daawitille guyyaa awwaalaa raree reeffa Abneerii gula deeme.