2 Samuel 3:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni ch'ufa biyyiti Dauditi d'ufte, sagale soorad'i jetteeni, ammo inni kakhate waan jed'e, Waaqi na ijeesinna, hojja anini sagale nyaad'e haga aduuni d'ituti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Baniin maruu, «Uduu aduun hin dhiine Daawitiin waa haa nyaatu'uuf waaman; Daawiti garuu aduun uduu hin seenne buddeena yookaan waan biraa yoo afaaniin qabe Rabbi kana na irratti haa godhu; kanallee natti haa eda'u!» jedhee kakate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan marti gara Daawitii dhuttee akka inni sagalee nyaatuuf kadhatte; Daawiti ammoo, «Haga aduun seentutti daabboo yookiin woy afaaniin yoo qabe, Waaqi na ijjeesuu ti» jedhee kakate.