2 Samuel 3:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti aka inni sagale didde arginaani gammadde; wonti hayyuuni tolche ch'ufti guddo biyya gammachiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu hennaa kana argan guddisanii gammadan; afoo bani'ii marattuu wonti mootiin godhe maruu isaan gammachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti tana yaadattee, itti gammadde; wonni mootichi godhe marti isaan gammachiise.