2 Samuel 3:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jara ufitini jed'e, Isani aka guyya kana nami guddaani lafa Israeli keesaa due imbeetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiinillee garboota isaatiin adha namni ajajaan guddaan Israa'eliin keessaa akka du'e hin beettanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi kolbaa ifiitiin, «Guyyaa adhaa qondaalli nami guddaan Israa'el keessatti akka du'e hin beennee?