2 Samuel 3:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini hayyu Waaqi fohate tahele, anini arra lalaafa; ilmaani Seruya tunini hamamtu, waan nami dandauniti. AABBO Waaqi worra algala kana gaargalche, gati worraa ta ch'ubbu tana kenninnafi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani yoma nama mootumma'aaf dibame ta'ellee dadhaba'a; namoonni kunniin ijoolleen Tsuuriya'aa jabaatanii na irratti hammaataniiran; Rabbi nama hamaa hojjate irratti akkuma hammeenna isaatitti isatti haa deebisuu!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adha mootii muudame te'ulle, nama dadhaba'a; ilmaan Zeruyaan deettee na irratti jabaatteerti; worra hantuu huju akkuma hujii isaaniititti, Mootiin Waan Maraa isaan adabuu ti» jedhe.