2 Samuel 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka iti aanu Ithreamu, haati isaa Egla. Ilmaani tunini ch'ufti Daudii Hebroniti d'alate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaheessoon Yitiraam haadha manaa Daawitii ta Eegilaa irraa dhalate; kunniin maruu Keebroonitti Daawitii dhalatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka jayeesso'oo Yiite'aam ta niitiin Daawitii Eglaan deette; Daawiti isaan kana qachaa Kebroonii keessatti uumate.