2 Samuel 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Dauditi kakhate, lafa tana Saulofi d'aloota isaa iraa fuud'e haga Dani iti keeyad'e Beershebati d'abe hayyu Israelitiifi ka Yuda, si tolcha isaani jed'e. Waaqi na ijeesinna, yo anini dubbi suni guutu baad'e!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mootummaa mana Saa'olii irraa fuudhee teessoo Daawitii Israa'elii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waadaa Mootiin Waan Maraa Daawitiif gale yoo ani hin muummessin Waaqi na balleessuu ti; ta tana caaltelle natti fiduu ti!