2 Samuel 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ishboshethini, ilmi Saulo, ijeecha Abineri ka Hebroniti ijeesani d'agaye jennaani sodaate, lubbuuni d'ufte worri Israeli ch'ufti guddo rifate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Saa'olii Iyyabuusteen akka Abaaneer Keebroonitti du'e hennaa dhagaye, harki isaa dadhabe; Israa'eloonni maruu hin nayan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abneer qachaa Kebroonii keessatti akka ijjeefame ilmi Saa'olii Ish-bosheet yennaa dhage'e, nayee harki irraa bu'e; kolbaan Israa'eliille martinuu guddoo rifatte.