2 Samuel 4:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
namichi qonqo duisa Saulotini Ziklagiti nati d'ufe, waan odu dansaani d'ufe ufi sehe, ammo anini isa qabe ijeese. Galati anini odu isaa suni isaa kenne suni!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
oduu michuu waan qabate fakkaatee, gammachuu du'a Saa'olii ka natti hime gatii akka ta'uuf qabee Tsiqilaagitti ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka waan oduu dansaa natti himee, nama, ‹Saa'ol du'eera› jedhee natti hime, ani isa qabee Siiqlaagitti ijjeese; oduu inni natti himeef badhaasi ani isaaf kenne kana.