2 Samuel 4:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo keessuma nama, nama woma iyyakini ka mana ufi keesa ufumaa rafu ijeese, hagasi ira wo tolchani! Amma anini haalo isaa, isani ijeese lafa ira isani balleesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana ammo nama qulqulluu mana ufii ciisa'aa ture ka ajjeeftan isin cubbamtoota attami'iiti? dhiiga isaa harka keessan irraa hin soquu? lafa irraa isin hin balleessuu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegasuu, nama yakkaa hin qanne ka manuma ifii keessa taqee ifii irra irkate san, worra hamoolee isa ijjeesane san ani attam irra caalaa adabuu dhaba ree? Ani dhiiga isaa harka keessan keessaa barbaadee lafa irraa isin hin balleessuu ree?» jedhe.