2 Samuel 4:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ishboshethini nama lama qaba, ka Askarti isaa iti mata. Toko maqaani isaa Baana, kaani Rekabu worri lachu ilmaani Rimoni, ka worri isaa Birothi lafa worra gosa Benjamini keesa (Birothini sunileeni lafuma Benjamini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ilmi Saa'olii Iyyabuusteen bulchoota worra duuluu namoota lama qaba ture; maqaan tokkoo Ba'aana'a; maqaan ka lammeesso'oo Reekaab ture; ijoollee gosa Biiniyaamii keessaa ijoollee Reemooniititu ture; Bi'eerootillee akka gosa Biiniyaamiititti laakkayamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Saa'olii Ish-bosheet ajajjoota loltootaa namootaa lama qabaayyu; maqaan tokkoo Ba'ana'a, ta kaanii Rekaab; isaan gosa Beniyaaminii keessaa ilmaan Rimoonii nama qachaa Berootii ti; Berooti kutaa Beniyaaminiititti laakkowanti.