2 Samuel 4:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rekabuufi Baanani, ilmaani Rimoni, worra Ishboshethi kaani imaltu yaani guyya gudda achini bahani, ka inni ufumaa tae boqotu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Reemoonii ka Bi'eerootaa Reekaabii fi Ba'aanaan hennaa aduun oo'ite gara mana Iyyaabuuste'ee dhufan; inni hennaa aduun oo'ite guyyaa afaa irra ciisee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Rimoonii nama biyya Berootii Rekaabii fi Ba'anaan gara mana Ish-Bosheetii dhaqiisaaf ka'anee, inni saafowa foorfatiisaaf taqee irraa irkatee adoo jiruu, yennaa aduun o'itu san achi geyane;