2 Samuel 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini balbala eeddu, ato dargaye hafarsu jirtu, mudde rafte, duuba Rekabuufi Baanani, ka isiini quba inqamne mana olseenani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta balbala eeddu balbalatti qamadii hafarsa'aa turte; isiin muddee raftee turte; kanaaf Reekaabii fi obboleessi isaa Ba'aanaan suutaan mana seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka nama qamadii barbaadataaruu gara manaa seenanee gadhaa isaa woraanane; achiin duuba Rekaabii fi obboleessi isaa Ba'anaan laana bayanee deemane.