2 Samuel 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan worraani jed'e, Maqa AABBO Waaqa gaargala ch'ufa keesa na baaseni kakhad'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti garuu ijoollee Reemoonii ka Bi'eerootaa Reekaabii fi obboleessa isaa Ba'aana'aa akkana jedhee deebiseef; «Lubbuu kiyya rakkoo maraa irraa ka fayyise Rabbiin jiraataan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille ilmaan Rimoonii nama biyya Berootii Rekaabii fi obboleessa isaa Ba'ana'aan, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, ka rakkoo mara jalaa na baasee,