2 Samuel 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi Guddaani isa woliini jirufi inni jabaate gurri isaa fulla ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Rabbi Waandhi banii maraa isa woliin tureef Daawiti jabaata'aa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Waan Mara Dande'u isa woliin waan jiruuf, Daawiti ittuma jabaataa deeme.