2 Samuel 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani Daudini aka AABBO Waaqi hayyu Israeli isa tolche lafa inni fidule maro gumi isaatiifi eebise hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee akka Rabbi Israa'eliin irratti mootii godhee isa jabeessee fi banii ufiitiif jedhee mootummaa isaa akka ol guddise beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille akka Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'elii irratti mootii isa godhee fi sababa kolbaa ifii Israa'eliitiif jedhee mootummaa isaalle akka guddise beeke.