2 Samuel 5:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini AABBO Waaqa gaafate waan jed'eeni, Worra Filisti kana inhad'a? Dandae indabsad'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Ee, had'i, anini dabsacha sii keenna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee, «Gara worra Filisxeemii bawuu? dabarsitee harka kiyya jala naa oolchitaa?» jedhee Rabbiin gaafate; Rabbillee Daawitiin, «Ani dhugamaan worra Filisxeemii dabarsee si jala oolchaa bayi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti, «Worra Filisxeemotaatitti duuluu? Ati harka kiyyatti dabarsitee isaan hin kennitaa?» jedhee Mootii Waan Maraa gaafate. Mootiin Waan Maraa deebisee, «Eeti'i, duuli, anille dhugumaan Filisxeemota harka keetitti dabarsee hin kenna» jedhe.