2 Samuel 5:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini Baal-Perasimu d'aqe, achiti worra Filisti dabsate waan jed'e, AABBO Waaqi ya aka bisaani fach'aani nyaapa kiyya keesati fach'ae. Tanaafi fulla sunini Baal-Perasimu jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee gara Ba'aalparaasimii dhufe; achumatti dhayee «Akkuma lolaan bisaanii diigee seenutti Rabbi diintota kiyya diige» jedhe; kanaaf maqaa hulee sanii, «Ba'aalparaasim» jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti gara Ba'aal-Pheraaziimii dhaqee, achitti Filisxeemota lolee injifate. Inni, «Akkuma lolaan bisaanii jabaan ededa caccassu, Mootiin Waan Maraa diinota kiyya fuula kiyya duratti bittinneesse» jedhee, maqaa addee sanii, «Ba'aal-Pheraaziim » jedhe.