2 Samuel 5:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ammalle maani tahu male? jed'e AABBO Waaqa gaafate. Inni waan jed'eeni, Arma inhad'ina, gama suni mara, fulla mukha gugurda suni dudda duubaani had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee Rabbiin gaafate; innillee, «Duuba isaanii naannayii odaa afoo taa'i malee hin bayin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti Mootii Waan Maraa gaafate; Mootiin Waan Maraalle deebisee, «Gara duubaatiin marsiitii mukoota harru'uu duratti isaan loli malee, fuula duraan itti hin dhaqin.