2 Samuel 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaaroleeni Israeli ch'ufti Daudi, ka Hebroni jiruti d'ufte. Inni AABBO Waaqa durati wold'aqisa worra woliini tolfate, duuba worri isa muude hayyu Israelile isa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsonni Israa'elii maruu gara Keebroonii gara mooti'ii dhufan; mootichi Daawiti Keebroonitti afoo Rabbiititti isaan woliin waadaa gale; Israa'eliin irratti mootii akka ta'u Daawitiin muudan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre jaarsoleen Israa'elii marti Kebroonitti gara Daawitii mootichaa dhufane; mootichi Daawiti Kebroonitti Mootii Waan Maraa duratti isaan woliin gondooroo godhate; isaanille Daawiti muudanee Israa'el irratti mootii godhane.