2 Samuel 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini gaafa hayyu tahe ganni isaa sodoma, duuba inni ganna afurtama worra mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hennaa mooyuu jalqabu ka'ima woggaa soddomaa ture; inni woggaa afurtama mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti yennaa mootii te'e, nama woggaa soddomaa ti; inni woggaa afurtama bulche.