2 Samuel 5:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Daudifi jari isaa kurfefatini, worra Yebusi ka Yerusalemu keesa jiru, had'u d'aqani. Ammo worri Yebusi waan Daudini dandae worra had'e dira worraa fud'atu insehu, tanaafi worri waan jed'eeni, Atini dandeete ato waan feete taate arma inseentu. Ballaafi naafilleni alumati si d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichinii fi namoonni namoota Iyyaabusii woliin wol lolu'uuf gara Yerusaalemii duulan; isaanillee Daawiti garas waan hin dhandhe itti fakkaatee, worri achi jiraatan Daawitiin, «Ati garana seenuu hin dandeettu; worri ijaan hin arginee fi worri hokkoluu uf irraa si deebisan» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawitii fi namooti isaa Yibusoota qachaa Yerusaalemii keessa le'anu loliisaaf itti duulane; Yibusooti, «Daawiti asi seenuu hin dande'u» jedhanee waan yaadaneef, Daawitiin, «Worri balla'aa fi naafinuu waan si dhoogganuuf, ati asi hin seentu» jedhane;