2 Samuel 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Ammo Daudini dira jaba Sioni suni dabsate qabe, duuba diri suni ka isaa tahe Dira Daudi jed'aniini.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Daawiti kushee isaan Tsiyoonitti hojjatan hin qabate; isiinillee «Qachaa Daawitii» jedhamtee waamamte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
te'uu malee Daawiti kushee Xiyoonii qabatee, addeen sun, «qachaa Daawitii» jedhante.