2 Samuel 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni Yerusalemu ingeesu jed'e, Kara ira goreni mana namicha toko ka Obed-Edomu jed'ani, ka lafa Gethati lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee saanduuqa waadaa Rabbii gara qachaa ufii fiduu hin jaalanne; Daawitillee mana Abidaaraa nama Geetiititti galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti Saanduqa Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa san gara qachaa ifii geessiisa waan hin barbaanneef, gara mana Obed-Edoomii nama biyya Gaatii geesse.