2 Samuel 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqi suni jia sadi achi tae, duuba AABBO Waaqi Obed-Edomufi worra isa ch'ufa eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduundhi waadaa Rabbii mana Abidaaraa nama Geetii haga ji'a sadihii taa'e; Rabbillee Abidaara'aa fi mana isaa maraa hin eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqi Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa mana Obed-Edoomii nama biyya Gaatii keessa ji'a sad ture; Mootiin Waan Maraalle Obed-Edoomii fi maatii isaa mara eebbise.