2 Samuel 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ka woya boofta ch'alla mart'ifatu aka male sirbe AABBO Waaqa guddise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee hunna ufii maraan Rabbiin afo'otti shubbisa'aa ture; Daawitillee uffata ulfinnaa uffatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti woyaa hayyumma'aa ta qomaa ta quncee talba'aa irraa hujante uffatee hunna ifii guutu'uun Mootii Waan Maraa duratti firinxiixe.