2 Samuel 6:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Sanduqani d'ufe waaro Daudini jaarefi keesa fulla isaa mid'aasani kae. Daudileni waan gubani sorio baasanifi sorio wold'ageeti AABBO Waaqaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii fidanii, daasee Daawiti qopheesseef hulee dallawame kaayan; Daawitillee ciincaa ciincawuu fi ciincaa fayyumma'aa Rabbiin afo'otti dhiyeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa fidanee, dunkaanii Daawiti dhaabe keessa addee inni qopheesse keyane; Daawitille kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa Mootii Waan maraa duratti dhikeesse.