2 Samuel 6:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi inni sorio suni ch'ufa baase inni maqa AABBO Waaqa guddatini biyya eebise,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee ciincaa ciincawuu fi ciincaa fayyumma'aa dhiyeessee haga raawwateen maayessa maqaa Rabbii Gooftaa banii maraatiin namoota eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa dhikeesseen duuba, maqaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadeetiin kolbaa eebbise.