2 Samuel 6:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baala, ta lafa Yuda keesa jirtu geese, aka Sanduqa Wold'aqisa Waaqa, ka maqa AABBO Waaqa gudda, ka barch'umani isaa akheekha waan lubbu qaba ka khoola gubba jiru achi fuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi baniin isa woliin turan maruu Ba'aalii Yihuudaa keessa jirtuu ka'anii maqaa Rabbii Gooftaa banii maraa ka Kiruubeelii irra taa'een waamamu gabatee saanduuqa Rabbii achii fidu'uuf deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitii fi namooti isaa marti Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa, ka maqaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ka dada ol-gubba'aa ta koola qaddu irra tee'eeruutiin waamame, qachaa Ba'aalaa ka Yihudaa keessaatii fidiisaaf achi deemane.