2 Samuel 6:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Daudini worra ufi eebisu d'umnaani Mikalini fuula keesa d'ufte isa miiti waan jette, Hayyuuni Israeli yayu ara gurra baafate! Inni akuma daalle ijoolle dubra ta tisse isa durati qulla deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daawitillee maatii ufii eebbisu'uuf deebi'e; intalti Saa'olii Meelkool Daawitiin simatu'uuf gad baatee, «Akka womaa womteen qullaa uf mudhisan mootiin Israa'elii afoo babbreeddan garboota ufiititti uffata mulqatee qullaa ta'uun ka hagam kabajjame!» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti maatii ifii eebbisiisaaf gara mana ifii yennaa deebi'e, intalti Saa'olii Mikaal isa fudhatiisaaf gad baatee, «Mootiin Israa'elii adha dubartoota tajaajiltoota qondaaltota isaa duratti akka nama bu'aa hin qannee qullaa dhaggamiis ulfinna attamii ti!» jette.