2 Samuel 6:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Anini AABBO Waaqa ka abbeetifi worra keesani lakise na fohate gudda worra Israeli na tolche durati sirbu jira. Ammalle akuma kana deebie isa durati sirbe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee Meelkooliin, «Rabbiin afo'otti shubbiseera; banii Israa'elii akka bulchu abbaa keetii fi mana isaa caalaa Rabbiin na filate ka eebbifame haa ta'u; kanaafuu Rabbiin afo'otti uf salphisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti deebisee Mikaaliin, «Mootii Waan Maraa ka abbaa keeti yookiin worra mana isaa keessa jiranu caalaa, kolbaa ifii Israa'el irratti na muudee mootii na godhe duratti gammadee firinxiixe. Ammalle ani Mootii Waan Maraa duratti hin firinxiixa.